HOJII ERGAMOOTAA 9:17-18
HOJII ERGAMOOTAA 9:17-18 MACQUL
Ananiiyaas ka'ee dhaqee manichas lixee, harka isaa mataa Saa'ol irra kaa'ee, ?Obboleessa koo Saa'ol, gooftichi, Yesus inni karaa ati irra dhufte irratti sitti mul'ate, waa'ee kee anatti himeera; akka agartuun kee siif deebi'uuf, hafuura qulqulluudhaan akka guutamtuufis gara keetti na ergeera? ittiin jedhe. Achumaanis waan akka qolaa ija isaa lachuu irraa buunaan, agartuun isaa deebi'e; inni achumaa ka'ee cuuphame.