HOJII ERGAMOOTAA 5:38-39
HOJII ERGAMOOTAA 5:38-39 MACQUL
Akkasuma jara ammaa kana irrattis waan tokko illee hamaa akka hin goone isinittan hima; isaan gad dhiisaa! Akeeka kanaa fi hojii isaa namatu yaadee qopheesse yoo ta'eef, baduuf jira. Waaqayyo biraa yoo dhufe garuu, jara kana balleessuu hin dandeessan; ofii keessanii iyyuu immoo Waaqayyoon utuu loltanii akka hin argamne isinan yaadachiisa? ittiin jennaan, yaa'ichi gorsa Gamaali'el dhaga'e*.