HOJII ERGAMOOTAA 1:8
HOJII ERGAMOOTAA 1:8 MACQUL
Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu? isaaniin jedhe*.