Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 23:3-4
Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 23:3-4 MACQUL
Waaqayyo inni kan Israa'el dubbateera; inni kattaa Israa'el ta'e anaan, <<Namni qajeeltootti namoota bulchu, inni sodaa Waaqayyootiin in bulcha. Inni akka ifa ganamaa ti, akka biiftuu yeroo duumessi hin jirre haleelee ifuu ti, akka ifa aduu isa erga bokkaan roobee caamee lafa keessaa marga biqilchuu tis>> jedhe*.