YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 18:9-10

Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 18:9-10 MACQUL

Abiishaalomii fi loltoonni Daawit utuu hin beekin walitti in ba'an; Abiishaalom gaangoo isaa yaabbatee in adeema ture; gaangichi qilxuu guddaa damee gobbuu qabu jala utuu darbuu, mataan Abiishaalom mukicha keessatti in qabame; yommus gaangoon inni yaabbatee adeemu darbee in sokke, Abiishaalom garuu lafa hankaakee rarra'ee in hafe. Loltoota Daawit keessaa tokko kana argee,<<Kunoo, Abiishaalom muka qilxuutti rarra'ee utuu jiruu ani argeera>> jedhee Yo'aabitti in hime.