Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 18:33
Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 18:33 MACQUL
Mootichi kana yommuu dhaga'e raafamee, gara kutaa isa bantii karra kellichaa irra jiruutti ol ba'ee in boo'e; yeroo ol ba'e,<<Yaa ilma ko, Abiishaalom! Yaa ilma ko, yaa ilma ko, Abiishaalom! Ani iddoo kee utuun du'eera ta'ee, anaaf wayya ture! Wayyoo! Yaa Abiishaalom ilma ko, ilma ko!>> jedha ture.