Macaafa Saamu'el Isa Duraa 28:5-6
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 28:5-6 MACQUL
Saa'ol loltoota Filisxeemotaa yommuu arge, baay'ee sodaatee garaan isaa in raafame. Kanaaf maal gochuun akka isaaf wayyu Waaqayyoon in gaafate; Waaqayyo garuu abjuudhaan yookiis uriimiin yookiis raajiidhaan deebii hin kennineef*.