Macaafa Saamu'el Isa Duraa 16:13
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 16:13 MACQUL
Kana irratti Saamu'el qodaa gaanfaa dhadhaa ejersaa qabu sana fuudhee, Daawitin obboloota isaa gidduutti in dibe; gaafasii jalqabee hafuurri Waaqayyoo humnaan Daawitiif in dhufe; Saamu'el immoo Raamaatti in deebi'e*.