Macaafa Saamu'el Isa Duraa 16:11
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 16:11 MACQUL
Itti fufees,<<Ilmaan kee isaanuma kana duwwaa dhaa?>> jedhee Iseyin gaafate. Innis deebiseefii,<<Inni quxisuun hafeera; inni immoo hoolota tiksa>> jedhe; Saamu'el immoo,<<Hamma inni dhufutti nuyi homaa gochuu waan hin dandeenyeef, nama itti ergiitii nuuf fichisiisi!>> jedhe*.