Wongeela Yohaannisii 19:36-37
Wongeela Yohaannisii 19:36-37 GAXNT
Kun Barreeffam Woyyichi, “Lafeen isaa tokkolle hin caddu” ka jedhu akka muummowuuf te'e. Barreeffam Woyyichi dhibiin, “Isaan kama woraanane san hin dhaggan” jedha.