Hujii Ergantootaa 2:44-45
Hujii Ergantootaa 2:44-45 GAXNT
Dhugeeffattooti duudiin addee tokko woliin jiraniiyyu; waan qabanu maralle woliin geyane. Isaan karraa fi meya ifii gurguranee, tokko tokkoofuu akka barbaachittetti beesee qoqoodane.