Wongeela Yohaannis 16:7-8
Wongeela Yohaannis 16:7-8 ARSIDNT
Ani garuu dhugaa isiniin jedha, deemuun kiyya isiniif ni fayyada, ani yoo hin deemin jabeessaan gara keessan hin dhufu, ani yoo deeme garuu isa isinii ni erga. Inni'llee yeroo dhufetti waayee cubbu'uu, waayee qulqullaayomaatii fi waayee sababa murti'ii'llee, namoota biyya lafaa ni saaxila.