YouVersion Logo
Search Icon

Wongeela Yohaannis 16:22-23

Wongeela Yohaannis 16:22-23 ARSIDNT

Akkasuma kana isin amma ni gadditan, garuu ani deebi'ee isin ni arga, onneen teessan ni gammada, gammachuu keessan'llee ka isin irraa fudhatu hin jiru.» «Guyyaa sanitti ana irraa womaayyuu hin kadhattan, dugaa isiniin jedha, Waaqa Abbaa maqaa kiyyaan uduu kadhattaniinii waan maraa, isiniif ni kenna.