Wongeela Yohaannis 1:3-4
Wongeela Yohaannis 1:3-4 ARSIDNT
Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru. Isaa keessa'llee jireennatu ture, jireenni kun'llee ifa namootaa ni ture.