Oduu Nagayaa Ka Maatewoosii 5:11-12
Oduu Nagayaa Ka Maatewoosii 5:11-12 WLNT
«Anaaf jedhanii yoo namoonni isin arrabsan, yoo isin ari'an, yoo dharaan maqaa isin balleessan isin worra eebbifame. Isaan raattota isiniin duraatuu akkasuma ari'aa turan. Gatiin keessan samii gubba'atti guddaa waan ta'eef, gammadaa ililfadhaa'a» isaaniin jedhe.