Oduu Nagayaa Ka Luuqaasii 14:34-35
Oduu Nagayaa Ka Luuqaasii 14:34-35 WLNT
«Sooqqiddi waan misha'a, inni garuu mi'aa uf keessaa yoo hin qabaanne maali'iin mi'aaya ree? Faayidaa biraa hin qabu, lafaafillee kosii hin ta'u; gara raasa'aa gatama. Kanaafuu namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu!» jedhe.