Oduu Nagayaa Ka Luuqaasii 10:36-37
Oduu Nagayaa Ka Luuqaasii 10:36-37 WLNT
Achiin maayessa Yesuus, «Jara sadiin kana keessaa, namicha shiftootaan miidhame saniif akka obboleessaatitti ka isa gargaare kamiin sitti fakkaata?» jedheen. Innillee, «Namicha waan mishaa godheef san» jedhee deebise. Yesuusillee, «Atillee deemii, akkasuma godhi» jedheen.