1
Seera Uumamaa 26:3
Kitaaba Woyyuu
ani si woliin ta'aa; si eebbisaa; biyya kana maraa si'ii fi hortee keetiifillee hin kennaa; waadaa abbaa kee Abrahaamii galellee hin raawwadha.
Compare
Explore Seera Uumamaa 26:3
2
Seera Uumamaa 26:4-5
Hortee kee akka urjii Sami'ii baay'isa; lafa kanniin maraa hortee keetii kenna; baniin biyya lafaa maruu hortee keetiin eebbifama. Abrahaam dubbii kiyya dhagayeera; murtii kiyya, ajaja, sirnaa fi seera kiyya eegeera» jedheen.
Explore Seera Uumamaa 26:4-5
3
Seera Uumamaa 26:22
Ammallee achi siiqee boolla biraa qochisiise; isii irratti waan wol hin lolleef maqaa isi'ii «Rihooboot» jedhee waame; Rihooboot jechuun Rabbi nuu badhise, lafa irrattillee hin baay'anna jechu'u.
Explore Seera Uumamaa 26:22
4
Seera Uumamaa 26:2
Rabbi itti mudhatee, «Gara biyya Misirii hin dhaqin; hulee ani siin jedhu taa'i
Explore Seera Uumamaa 26:2
5
Seera Uumamaa 26:25
Yisaaqi achitti hulee ciinca'aa hojjatee maqaa Rabbii waame; achitti daasee ijaare; hojjattoonni Yisaaqiillee achumatti boolla bisaanii ka biraa qotatan.
Explore Seera Uumamaa 26:25
Home
Bible
Plans
Videos