1
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 3:1
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
<<Isa garaan koo jaallatu halkan guutuu siree koo irra nan barbaade, barbaadees isa hin arganne; [ani isa nan waame, innis na jalaa hin oowwaanne]
Compare
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 3:1
2
Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 3:2
ani ka'ee mandara keessa, karaa irra, walga'ii karaa irra naanna'ee isa nan barbaada; isa garaan koo jaallatu sanas nan barbaade, garuu isa hin arganne.
Explore Macaafa Weedduu Weedduu Caalu 3:2
Home
Bible
Plans
Videos