1
Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:17
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Warri hafan garuu tulluu Xiyoon irra in jiraatu, tullichis qulqullaa'aa in ta'a; sanyiin Yaaqoob immoo warra lafa isaanii fi qabeenya isaanii isaan irraa fudhatee harkaa deebisanii in fudhatu*.
Compare
Explore Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:17
2
Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:15
<<Guyyaan ani Waaqayyo saba hundumaatti faradu dhi'aateera; akkuma ati nama irratti hojjette si irratti in hojjetama; hojiin kees mataa keetti in deebi'a*.
Explore Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:15
3
Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:3
ati yaa isa mana kee iddoo ol jedhaa irratti ijaarrattee, yaa isa holqa dhagaa keessa jiraattuu, <<Eenyutu lafatti gad na buusa?>> jettuu, of tuulummaa garaa keetiitu si gowwoomse*.
Explore Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:3
4
Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:4
Ati akka joobiraa yoo ol kaate iyyuu, mann'ee kees urjoota gidduutti yoo ijaarratte iyyuu, ani achii gad sin buusa>> jedhee dubbateera*.
Explore Macaafa Obaadiiyaa Raajichaa 1:4
Home
Bible
Plans
Videos