1
WANGEELA MAARQOS 11:24
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Kanaaf isinittan hima; waan kadhattan waan gaafattanis hundumaa akka waan fudhataniitti lakkaa'aa amanaa, isiniif ta'uufis jira*!
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 11:24
2
WANGEELA MAARQOS 11:23
Dhuguman isiniin jedha, namni garaa isaatti utuu hin mamin gaara kanaan, ?Ol kaafami, galaanattis darbatami!? jedhe, waan inni jedhus akka ta'uuf yoo amane, in ta'aaf*.
Explore WANGEELA MAARQOS 11:23
3
WANGEELA MAARQOS 11:25
Kadhachuuf yommuu dhaabattan, abbaan keessan inni waaqa irraa yakka keessan akka isiniif dhiisutti, namni tokko waa isinitti yakkee yaada keessan miidheera yoo ta'e dhiisaaf*! [
Explore WANGEELA MAARQOS 11:25
4
WANGEELA MAARQOS 11:22
Yesus immoo deebisee, ?Waaqayyotti amantii qabaadhaa*!
Explore WANGEELA MAARQOS 11:22
5
WANGEELA MAARQOS 11:17
Yesus isaan barsiisee, ? ?Manni koo saba hundumaatiif mana kadhataa jedhamee in waamama? kan jedhu hin caafamnee ree? Isin garuu holqa hattuu isa godhattan? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 11:17
6
WANGEELA MAARQOS 11:9
Warri dura adeemanii fi warri duukaa bu'an sagalee isaanii ol fudhatanii, ?Hosaa'inaa! Inni maqaa Waaqayyoo gooftaatiin dhufu galateeffamaa dha*.
Explore WANGEELA MAARQOS 11:9
7
WANGEELA MAARQOS 11:10
Mootummaan Daawit abaabilii keenyaa inni dhufu galateeffamaa dha! Hosaa'inaa ol waaqa gubbaatti? jedhan.
Explore WANGEELA MAARQOS 11:10
Home
Bible
Plans
Videos