1
WANGEELA MAARQOS 10:45
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ilmi namaa hojjechiifachuudhaaf hin dhufne, namootaaf hojjechuu fi lubbuu isaa furii namoota baay'eetiif kennuuf dhufe malee? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA MAARQOS 10:45
2
WANGEELA MAARQOS 10:27
Yesus immoo gara isaanii ilaalee, ?Namootaaf hin danda'amu, Waaqayyoof garuu akkas miti; Waaqayyoof wanti hundinuu in danda'ama? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:27
3
WANGEELA MAARQOS 10:52
Yesus immoo, ?Karaa kee dhaqi, amantiin kee si fayyiseera!? jedhe. Achumaanis agartuun isaa deebi'eefii, karaattis isa duukaa bu'e*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:52
4
WANGEELA MAARQOS 10:9
Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!? isaaniin jedhe.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:9
5
WANGEELA MAARQOS 10:21
Yesus ilaalee isa jaallatee, ?Waan tokkotu si duraa hir'ata. Dhaqii, waan qabdu gurgurii, warra deegaadhaafis kenni, waaqa irratti badhaadhummaa in qabaatta; isa booddee immoo kottuu ana duukaa bu'i!? jedheen*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:21
6
WANGEELA MAARQOS 10:51
Yesusis, ?Maal akkan siif godhu barbaadda?? jedheen. Namichi inni jaamaan immoo deebisee, ?Agartuu koo akka anaaf deebiftu, yaa barsiisaa!? jedheen*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:51
7
WANGEELA MAARQOS 10:43
Isin gidduutti garuu akkas hin ta'u; eenyu illee isin keessatti guddaa ta'uu kan barbaadu, hojjetaa keessan ta'uutu isa irra jira.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:43
8
WANGEELA MAARQOS 10:15
Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin simanne, itti hin galu? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:15
9
WANGEELA MAARQOS 10:31
Garuu baay'een warra dura jiran keessaa warra hundumaa booddee kan ta'an jiru, warra hundumaa booddee jiran keessaas warra duraa kan ta'an jiru? jedhe*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:31
10
WANGEELA MAARQOS 10:6-8
Jalqaba uumamaatti garuu, ?Waaqayyo dhiira, dubartiis in uume*;? ?Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa [haadha manaa isaattis in maxxana*] isaan lachanuus foon tokko in ta'u.? Egaa isaan lama miti, foon tokko malee*.
Explore WANGEELA MAARQOS 10:6-8
Home
Bible
Plans
Videos