1
WANGEELA MAATEWOS 8:26
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Inni immoo deebisee, ?Isin yaa warra amantii hir'uu, maaliif sodaattan?? isaaniin jedhe; yommusumas ka'ee qilleensichaa fi bishaanicha ifate; gabiin guddaan isaas in ta'e*.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 8:26
2
WANGEELA MAATEWOS 8:8
Angafni dhibbaa sun garuu deebisee, ?Gooftaa! Bantii mana kootii jala lixuun kee anaaf hin ta'u, dubbii tokkicha duwwaa dubbadhu naa'oon koos in fayya.
Explore WANGEELA MAATEWOS 8:8
3
WANGEELA MAATEWOS 8:10
Yesus kana yommuu dhaga'e dinqifate warra isa duukaa jiraniin, ?Dhuguman isiniin jedha, ani Israa'el keessatti illee eenyu biratti iyyuu amantii guddaa akkasii hin argine*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 8:10
4
WANGEELA MAATEWOS 8:13
Yesus angafa dhibbaa sanaan immoo, ?Dhaqi! Akkuma ati amantes siif haa ta'u? jedheen; naa'oon sunis yerottii sanatti fayye*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 8:13
5
WANGEELA MAATEWOS 8:27
Kana irratti namoonni na'anii dinqifachaa, ?Kun nama attamii ti? Qilleensii fi bishaan iyyuu in abboomamuuf? jedhan.
Explore WANGEELA MAATEWOS 8:27
Home
Bible
Plans
Videos