1
WANGEELA MAATEWOS 21:22
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Amantanii kadhataan waan dhi'eeffattan hundumaa in fudhattu? isaaniin jedhe.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:22
2
WANGEELA MAATEWOS 21:21
Yommus Yesus deebisee, ?Ani dhuguman isiniin jedha, amantii yoo qabaattan, yoo mamuu dhabaattanis, mukicha irratti waan ta'e duwwaa hin gootan; gaaruma kanaan, ?Ol kaafamii galaanattis darbatami!? yoo jettan iyyuu in raawwatama*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:21
3
WANGEELA MAATEWOS 21:9
Tuuti warri dura adeemanii fi warri duukaa bu'an sagalee isaanii ol fudhatanii, ?Hosaa'inaa ilma Daawitiif! Inni maqaa Waaqayyoo gooftaatiin dhufu galateeffamaa dha; hosaa'inaa ol waaqa gubbaatti? jedhan*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:9
4
WANGEELA MAATEWOS 21:13
? ?Manni koo mana kadhataa jedhamee in waamama? jedhamee caafameera, isin garuu holqa hattuu isa godhattan? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:13
5
WANGEELA MAATEWOS 21:5
inni, ?Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif in dhufa? isa jedhuu dha*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:5
6
WANGEELA MAATEWOS 21:42
Kana irratti Yesus, ?Isin caaffata qulqullaa'an keessaa, ?Dhagichi, mana ijaartuun tuffatan, inni dhagaa mataa golee qajeelchu ta'e; kun gocha gooftaa ti, ija keenyattis dinqii dha? kan jedhu takkaa hin dubbifnee ree*?
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:42
7
WANGEELA MAATEWOS 21:43
?Egaa mootummaan Waaqayyoo isin irraa fudhatamee, saba ija isaaf godhatuuf akka kennamu isinittan hima*. [
Explore WANGEELA MAATEWOS 21:43
Home
Bible
Plans
Videos