1
WANGEELA MAATEWOS 16:24
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ergasii Yesus bartoota isaatiin, ?Namni tokko illee ana duukaa bu'uu yoo barbaade, waa'ee ofii isaa dhiisee, fannoo isaa [isa anaaf jedhee baatu] of irra kaa'atee, ana duukaas haa bu'u*!
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:24
2
WANGEELA MAATEWOS 16:18
Anis sittan hima, akkuma Phexros jechuun dhagaa jechuu ta'e, ati dhagaa dha; anis dhagaa hin sochoone kana irratti waldaa koo nan ijaara, gooftummaan du'aas matumaa waldicha irratti humna hin godhatu hin mo'us*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:18
3
WANGEELA MAATEWOS 16:19
Banaa mootummaa waaqaa siifan kenna; waanumti ati lafa irratti hiite, waaqa irratti hidhamaa in ta'a; waanumti ati lafa irratti hiikte immoo waaqa irrattis hiikamaa in ta'a? jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:19
4
WANGEELA MAATEWOS 16:25
Namni jireenya isaa oolfachuu yoo barbaade, jireenyi isaa duraa in fudhatama; namni anaaf jedhee jireenya isaa kennu immoo, isa in argata*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:25
5
WANGEELA MAATEWOS 16:26
Namni biyya lafaa guutummaatti yoo buufate, lubbuu isaa garuu yoo dhabe, bu'aan isaa maali ree? Yookiis namni gatii lubbuu isaa maal kennuu danda'a ree?
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:26
6
WANGEELA MAATEWOS 16:15-16
Yesus immoo, ?Isinoo, eenyu anaan jettu?? jedhee isaan gaafate. Simoon Phexros deebisee, ?Ati Masiihicha, ilma Waaqayyoo jiraataa ti? jedhe*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:15-16
7
WANGEELA MAATEWOS 16:17
Kana irratti Yesus deebisee, ?Yaa Simoon ilma Yoonaa, ati kan ayyaanomtee dha! Kana abbaa koo isa waaqa irra jirutu sitti mul'ise malee, yaadni nama foonii sitti hin mul'ifne*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 16:17
Home
Bible
Plans
Videos