1
WANGEELA LUQAAS 9:23
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Hunduma isaaniitiinis, ?Eenyu illee na duukaa bu'uu yoo fedhe, waa'ee ofii isaa dhiisee fannoo isaa baatee, yeroo hundaa ana duukaa haa bu'u*.
Compare
Explore WANGEELA LUQAAS 9:23
2
WANGEELA LUQAAS 9:24
Namni jireenya isaa oolfachuu yoo barbaade, jireenyi isaa duraa in fudhatama; garuu anaaf jedhee jireenya isaa kan kennu, isa oolfata*.
Explore WANGEELA LUQAAS 9:24
3
WANGEELA LUQAAS 9:62
Yesus immoo, ?Eenyu illee hordaa harkaan qabatee gara booddee isaa ilaalaa hin qotu, akkasumas namni kana fakkaatu, hojii mootummaa Waaqayyoo keessatti hin ta'u? jedheen.
Explore WANGEELA LUQAAS 9:62
4
WANGEELA LUQAAS 9:25
Egaa namni biyya lafaa guutummaatti buufatee, lubbuu isaatti yoo hir'ise, yoo of balleesses, bu'aan isaa maali ree?
Explore WANGEELA LUQAAS 9:25
5
WANGEELA LUQAAS 9:26
Eenyu illee anatti, dubbii koottis yoo yeella'e, ilmi namaa ulfina isaatti, kan abbaa isaatti, kan qulqulloota ergamootaattis yommuu dhufu, isatti in yeella'a*.
Explore WANGEELA LUQAAS 9:26
6
WANGEELA LUQAAS 9:58
Yesus immoo, ?Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu; ilmi namaa garuu iddoo mataa isaa itti hirkifatu hin qabu? jedhee deebiseef.
Explore WANGEELA LUQAAS 9:58
7
WANGEELA LUQAAS 9:48
Isaaniin immoo, ?Mucaa kana maqaa kootiin kan simu ana sima, kan na simus isa na erge sima; isin keessaa hundumaa irra kan xinnaatu, inni guddaa in ta'a? jedhe*.
Explore WANGEELA LUQAAS 9:48
Home
Bible
Plans
Videos