1
WANGEELA LUQAAS 10:19
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ani, kunoo, mar'ataa irra, torbaanqabaa irra, aangoo diinaa hundumaa irras ejjechuu akka dandeessaniif, gooftummaa isiniif kenneera; homtinuus isin hin miidhu*.
Compare
Explore WANGEELA LUQAAS 10:19
2
WANGEELA LUQAAS 10:41-42
Gooftaan garuu deebiseefii, ?Yaa Maartaa, yaa Maartaa, ati in yaaddofta, waan baay'eettis hammacamta. Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo'atte? jedhe*.
Explore WANGEELA LUQAAS 10:41-42
3
WANGEELA LUQAAS 10:27
Kana irratti namichi, ?Garaa kee guutuudhaan jireenya kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaanis Waaqayyo kee goofticha jaallachuutu siif ta'a; namas akka ofii keetiitti jaallachuun siif in ta'a? jedhee deebise*.
Explore WANGEELA LUQAAS 10:27
4
WANGEELA LUQAAS 10:2
Inni isaaniin, ?Midhaan sassaabamu danuu dha; hojjetoonni sassaaban garuu muraasa. Kanaafis hojjetoota midhaan sassaaban itti haa yaafatuuf, abbaa midhaanichaa kadhadhaa*.
Explore WANGEELA LUQAAS 10:2
5
WANGEELA LUQAAS 10:36-37
Yesus itti fufee, ?Egaa jarreen sadan kana keessaa, isa kamtu namicha warra saamtuu afaan bu'e kana akka ofii isaatiitti ilaale sitti fakkaata?? jedhee gaafate. Barsiisaan seeraa sun immoo deebisee ?Isa oo'eef? jedhe; Yesus immoo, ?Atis dhaqii, akkasuma godhi!? ittiin jedhe.
Explore WANGEELA LUQAAS 10:36-37
6
WANGEELA LUQAAS 10:3
?Ammas beenaa, kunoo akka ilmoolee hoolaa yeeyyii keessaattan isin erga*.
Explore WANGEELA LUQAAS 10:3
Home
Bible
Plans
Videos