Ati garuu waamicha yommuu godhattu, warra waan nyaatan hin qabne, warra bu'aan dhagna isaanii hir'ate, warra naafatan, warra jaaman waami! Ayyaana in argatta, isaan waan siif deebisan hin qaban; Waaqayyo garuu du'aa ka'uu warra qajeeltotaatti siif in deebisa? jedhe*.