WANGEELA LUQAAS 14:34-35
WANGEELA LUQAAS 14:34-35 MACQUL
Itti fufees, ?Soogiddi waan ba'eessa, soogiddi garuu miyaa yoo of keessaa dhabe, maaliin deebi'ee miyeeffama ree? Lafa coomsuudhaaf xaa'ootti dabaluudhaafis waa'ee hin baasu, bakkeetti in gatama malee; gurra ittiin dhaga'u kan qabu haa dhaggeeffatu!? jedhe*.