1
WANGEELA YOHANNIS 7:38
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Namni anatti amanu akkasuma haa godhu! Macaafni akkuma dubbate, ?Yaa'aan bishaan jiraataa garaa isaa keessaa in burqa?? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:38
2
WANGEELA YOHANNIS 7:37
Guyyaan dhuma ayyaanichaa guyyoota sana hunduma irra caalaa guddaa ture; guyyaa sanatti Yesus ka'ee dhaabatee, sagalee isaa ol fudhatee, ?Namni dheebote yoo jiraate gara koo haa dhufu, haa dhugus*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:37
3
WANGEELA YOHANNIS 7:39
Inni dubbii kana waa'ee hafuura qulqulluu, isa warri isatti amanan fudhachuuf jiraniif dubbate; inni iddoo ulfina isaatti waan ol hin fudhataminiif, hafuurri qulqulluun amma iyyuu hin kennamne ture*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:39
4
WANGEELA YOHANNIS 7:24
Akka bakkeedhaan ilaaltanitti hin faradinaa, firdii qajeelaa kennaa malee? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:24
5
WANGEELA YOHANNIS 7:18
Namni of keessaa fuudhee dubbatu, ulfina mataa isaa barbaada; inni ulfina isa isa ergee barbaadu garuu dhuga-qabeessa, jal'innis isa keessa hin jiru*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:18
6
WANGEELA YOHANNIS 7:16
Yesus immoo isaaniif deebisee, ?Barsiifni ani barsiisu kan koo miti, kan isa ana ergee ti malee*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:16
7
WANGEELA YOHANNIS 7:7
Biyyi lafaa isin jibbuu hin danda'u; ana garuu, hojiin isaa hamaa akka ta'e waanan dhugaa itti ba'uuf, in jibba*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 7:7
Home
Bible
Plans
Videos