1
WANGEELA YOHANNIS 10:10
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Hattuun, waan biraaf utuu hin ta'in, hatuudhaaf, qaluudhaaf, balleessuudhaafis in dhufti; ani garuu hoolonni jireenya haa qabaataniif, irraa hafaas haa qabaataniif dhufeera? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:10
2
WANGEELA YOHANNIS 10:11
Yesus, ?Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:11
3
WANGEELA YOHANNIS 10:27
Hoolonni koo sagalee koo in dhaga'u, ani isaan beeka, isaanis na duukaa in bu'u*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:27
4
WANGEELA YOHANNIS 10:28
Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:28
5
WANGEELA YOHANNIS 10:9
Balbalichi ana, inni anaan ol galu in fayya; ol in gala, gadis in ba'a, dheedichas in argata*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:9
6
WANGEELA YOHANNIS 10:14
Tikseen gaariin ana, ani hoolota koo beeka, hoolonni koos ana beeku*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:14
7
WANGEELA YOHANNIS 10:29-30
Abbaan koo inni anatti isaan kenne, hundumaa irra guddaa dha; homtinuus harka abbaa koo keessaa isaan butachuu hin danda'u. Abbaanii fi ani tokko? isaaniin jedhe*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:29-30
8
WANGEELA YOHANNIS 10:15
Abbaan akkuma ana beeku, anis akkuman abbaa beeku, anii fi hoolonni koo wal beekna; lubbuu koos hoolotaaf nan kenna*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:15
9
WANGEELA YOHANNIS 10:18
Homtinuu lubbuu koo na duraa hin fudhatu, anumatu ofii kootiin kenna malee. Ani lubbuu koo dabarsee kennuudhaaf, ammoo deebisee fudhachuudhaaf aboo qaba; abboommii kana immoo abbaa koo biraan fudhadhe? jedhe*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:18
10
WANGEELA YOHANNIS 10:7
Yesus ammas ?Dhuguma, dhuguman isinitti hima, ana balballi hoolotaa!
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:7
11
WANGEELA YOHANNIS 10:12
Tiksee dhugaa utuu hin ta'in bitamee kan eegu, hoolonnis kan isaa kan hin ta'in, yeeyyiin hoolotatti dhufuu yommuu argu, hoolota dhiisee in baqata; yeeyyiinis hoolota butatee, warra hafan in bittimsa*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:12
12
WANGEELA YOHANNIS 10:1
Yesus itti fufee, ?Dhuguma, dhuguman isinitti hima, namni gola hoolotaatti balbalaan ol galuu dhiisee, karaa biraatiin lixu, inni hattuu dha, saamtuu dhas*.
Explore WANGEELA YOHANNIS 10:1
Home
Bible
Plans
Videos