1
Macaafa Abboota Firdii 4:4
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yeroo sanatti raajittiin <<Deboraa>> jedhamtu haati manaa Laphiidot geggeessituu saba Israa'el turte.
Compare
Explore Macaafa Abboota Firdii 4:4
2
Macaafa Abboota Firdii 4:9
Isheenis,<<Dhaquu illee sii wajjin nan dhaqa, garuu Waaqayyo karaa ati yaaddu kanaan Siiseraa harka dubartii jala waan galchuuf, ulfinni kana keessatti argamu siif hin lakkaa'amu>> jettee, kaatee Baaraaqii wajjin gara Qedeesh in dhaqxe.
Explore Macaafa Abboota Firdii 4:9
Home
Bible
Plans
Videos