Macaafa Abboota Firdii 4:9
Macaafa Abboota Firdii 4:9 MACQUL
Isheenis,<<Dhaquu illee sii wajjin nan dhaqa, garuu Waaqayyo karaa ati yaaddu kanaan Siiseraa harka dubartii jala waan galchuuf, ulfinni kana keessatti argamu siif hin lakkaa'amu>> jettee, kaatee Baaraaqii wajjin gara Qedeesh in dhaqxe.