1
Macaafa Izraa 5:1
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yommus Haagee raajichii fi Zakaariyaas raajichi ilmi Iddoo maqaa Waaqayyo gooftaa Israa'el isa hundumaa gara irraa jiruun, Yihudoota biyya Yihudaa fi mandara Yerusaalem keessa jiraatanitti raajii in dubbatan*.
Compare
Explore Macaafa Izraa 5:1
2
Macaafa Izraa 5:11
Deebiin isaan nuuf kennanis, <<Nuyi garboota Waaqayyo gooftaa bantii waaqaatii fi lafaa ti; mana qulqullummaa isa mootiin Israa'el inni guddaan bara baay'ee dura ijaaree raawwatee tures deebifnee ijaaraa jirra.
Explore Macaafa Izraa 5:11
Home
Bible
Plans
Videos