1
HOJII ERGAMOOTAA 4:12
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne? jedhe.
Compare
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:12
2
HOJII ERGAMOOTAA 4:31
Isaan kadhata afaanii fixuunii fi iddoon isaan itti walitti qabaman socho'uun, wal faana ta'e. Hundumti isaaniis hafuura qulqulluudhaan guutamanii, dubbii Waaqayyoo ija jabummaadhaan dubbachaa turan*.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:31
3
HOJII ERGAMOOTAA 4:29
Ammas yaa gooftaa, doorsisa isaanii ilaali, hojjetoonni kee sodaa malee dubbii kee akka dubbataniif, ija jabummaa kenniif*!
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:29
4
HOJII ERGAMOOTAA 4:11
Inni kun dhagicha, isa isin warri ijaartuun tuffattan, inni garuu dhagaa mataa golee qajeelchu ta'e*.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:11
5
HOJII ERGAMOOTAA 4:13
Warri yaa'ii sanaas Phexrosii fi Yohannis ija jabinaan akka dubbatan yommuu caqasan, barumsa dheeraa akka hin qabne, kan hin beekamnes akka ta'an hubatanii, in dinqifatan; haa ta'u iyyuu malee, jarreen kun Yesusii wajjin akka turan isaaniif gale.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:13
6
HOJII ERGAMOOTAA 4:32
Namoonni amanan hundinuu, warra garaa tokkoo fi yaada tokkoo turan. Isaan keessaa tokko illee qabeenya ofii qaba tureen kan koo ti hin jenne; qabeenyi isaanii hundinuu kan walii isaanii ture*.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 4:32
Home
Bible
Plans
Videos