Daawit mootichi garuu deebisee Arawunaadhaan,<<Lakkii, ani horii baaseen si irraa bita malee, wantan horii itti hin baasin, qalma gubamu godhee Waaqayyo gooftaa kootiif hin dhi'eessu>> jedhe; Daawit kana booddee oobdii midhaanii sana, sangoota sanas meetii akka graamii dhibba ja'aa miijanuun in bite.