Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 24:25
Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 24:25 MACQUL
Daawit oobdicha keessatti iddoo aarsaa Waaqayyoof ijaaree, achi irratti qalma gubamuu fi qalma araaraa in dhi'eesse; yommus Waaqayyo kadhata waa'ee biyyichaaf kadhatame in dhaga'e; dha'ichi sunis biyya Israa'el irraa in deebi'e*.