Inni yeroo dhiphatetti gara Waaqayyo goftaa isaatiitti in deebi'e; Waaqayyo isa kan abboota isaatii durattis guddaa gad of in deebise. Inni Waaqayyoon yommuu kadhate Waaqayyo immoo kadhata isaa dhaga'eefii gara Yerusaalemitti deebi'ee teessoo mootummaa isaa irra akka inni taa'u in godhe; kana irratti Minaaseen gooftummaa Waaqayyoo in beeke*.