1
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:16
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
<<Boo'ichi sabaa kootii waan na bira ga'eef, ani gara isaanii ilaaleera; kanaaf bor yeroo akkasii nama tokko biyya Benyaamiinii gara keetti nan erga; ati isa dibi! Inni immoo saba koo Israa'elin in geggeessa, harka Filisxeemotaas isaan in oolcha>> jedhe.
Compare
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:16
2
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:17
Saamu'el yeroo Saa'olin argetti, Waaqayyo,<<Ilaa, namichi ani waa'ee isaa sitti dubbadhe sun isa kana; inni saba koo irratti in mo'a>> jedhee, Saamu'elitti in hime*.
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:17
Home
Bible
Plans
Videos