Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:16
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 9:16 MACQUL
<<Boo'ichi sabaa kootii waan na bira ga'eef, ani gara isaanii ilaaleera; kanaaf bor yeroo akkasii nama tokko biyya Benyaamiinii gara keetti nan erga; ati isa dibi! Inni immoo saba koo Israa'elin in geggeessa, harka Filisxeemotaas isaan in oolcha>> jedhe.