1
Macaafa Moototaa Isa Duraa 4:29
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Waaqayyo ogummaa fi hubannaa guddaa, yaada bal'aa isa akka cirracha qarqara galaanaa hammana hin jedhamne Solomooniif in kenne.
Compare
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 4:29
2
Macaafa Moototaa Isa Duraa 4:34
Saba hundumaa keessaa, mootota biyya lafaa warra waa'ee ogummaa Solomoon dhaga'an hundumaa biraa namoonni dubbii Solomoon ogummaadhaan dubbate dhaggeeffachuudhaaf ergamanii in dhufu turan.
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 4:34
Home
Bible
Plans
Videos