1
Macaafa Moototaa Isa Duraa 11:4
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Solomoon yeroo dulloometti dubartoonni isaa yaada isaa gara waaqayyolii kan biraatti in jal'isan; kana irraa kan ka'e Solomoon akka abbaa isaa Daawit garaa isaa guutummaatti Waaqayyo gooftaa isaaf hin kennine.
Compare
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 11:4
2
Macaafa Moototaa Isa Duraa 11:9
Solomoon sababii Waaqayyo gooftaa Israa'el isa si'a lama isatti mul'atee ture irraa yaada isaa deebiseef, Waaqayyo isatti in dheekkame.
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 11:9
Home
Bible
Plans
Videos