1
Wongeela Luqaasii 2:11
Guji Oromo New Testament 2007
Adha qachaa Daawwitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos.
Compare
Explore Wongeela Luqaasii 2:11
2
Wongeela Luqaasii 2:10
Ergantichi Waaqaa ammoo, “Hin sodaatina'a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessisaaf dhufe.
Explore Wongeela Luqaasii 2:10
3
Wongeela Luqaasii 2:14
“Ulfinni ol-gubba'atti Waaqaaf te'u, lafalle'etti woraa inni jaallatuuf nageenni te'u” jedhanee Waaqaa galateeffatane.
Explore Wongeela Luqaasii 2:14
4
Wongeela Luqaasii 2:52
Yesuus Waaqaa fi nama duratti, nafaan, qarumma'aa fi gaaro'oon guddate.
Explore Wongeela Luqaasii 2:52
5
Wongeela Luqaasii 2:12
Beessisi isaalle kana: annuu hoccu'uun maramee, goongaa keessa irkateeruun dhaggitan” isaaniin jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 2:12
6
Wongeela Luqaasii 2:8-9
Dirree adaala biyya saniitti tissitooti halkaniin horii tissaa bulanu jiran. Ergamaan waaqaa dedhuma isaanitti mudhatee, ulfinni Gootta'aalle isaanitti ifee jennaan bararaqane.
Explore Wongeela Luqaasii 2:8-9
Home
Bible
Plans
Videos