1
Huji Ergamtoota 27:25
Kakuu Haaraaka
Tanaaf dhiiroo garaa jabaadhaa! Akka wantii natti himan kunin taatu, anin ya Waaqaa dhugeeffadhee.
Compare
Explore Huji Ergamtoota 27:25
2
Huji Ergamtoota 27:23-24
Eda ergamaan Waaqaa kiyyaa, ka anin kadhadhuu, na bira ejjee “Phaawulos, hinsodaatin! Atin Qiisaar dura ejjachuu malte; ammallee laali, Waaqii warra si waliin yaa'u kana cufaa ya sii jedhee baassee” naan jedhe.
Explore Huji Ergamtoota 27:23-24
3
Huji Ergamtoota 27:22
Amma ammoo, garaa jabaadhaa! Hoboloo malee isan keessaa namii tokkoolleen hinbaduu” jedheen.
Explore Huji Ergamtoota 27:22
Home
Bible
Plans
Videos