Anin harka gosa Israa'eltii fi harka gosa dhibii, ta anin ammatana itti si erguulee, keessaa si baasa. Atin ila warraa banteetti, dukkana irraa gara ibsee warra deebifta, ammallee jabeenna Sheexanaa irraa Waaqaatti warra deebifta; akka dhugeeffachaa warrii na dhugeeffateen cubbuu warraa araaramaniifii, gumii Waaqii foohate keessatti fulaa argatani’ ” naan jedhe.