«Karaa dubbii isaatiin'llee anatti waan amananiif'llee, ni kadhadha malee, isaan qofaaf hin kadhadhu. Ani'llee ka kadhadhu marrinuu akka tokko ta'aniif, akkuma kana Yaa Abbaa! Ati ana keessa akkuma jirttutti, ani'llee akkuma si keessa jirutti, isaan'llee nu keessa akka jiraataniif, ati akka ana ergite'llee biyyi lafaa akka amanuuf.