Wongeela Yohaannis 17:22-23
Wongeela Yohaannis 17:22-23 ARSIDNT
Akkuma nu'u tokko taane isaan'llee tokko akka ta'aniif, ulfinna naaf keennite isaaniif kennee jira. Ani ka kadhadhu ani isa keessa ati'llee ana keessa taate, isaan'llee dhugamaan tokko akka ta'aniif, akkuma kana ana akka ergitee fi haguma ana jaalatteen, isaan'llee akka jaalatte biyyi lafaa akka beekuuf.