Wongeela Luqaas 14:13-14
Wongeela Luqaas 14:13-14 ARSIDNT
«Garuu yeroo afeerrii taasfttutti hiyyeeyyii, qaama miidhamttoota, naafota, namoota jaamota'llee waami. Kana yoo raawwatte isaan harka si deebisu'uuf waan hin dandeenneef, ka eebbifamitte ni taata. Yeroo du'aa ka'iinssa worra qulqullaayotaa titti'llee, Waaqinni siif ni kafala.»