«Uffata dhedheeraa uffatanii asii fi achi naanayuu, bakka gaba'aa titti nagaya kabajaa fudhachuu, bakka woligayi'ii titti'llee barcumaa ulfinnaa, bakka afeerri'itti'llee bakkee kabajaa worra jaalatan, barsiisota seeraa irraa ufi eeggadhaa. Isaan'llee fakkeessu'uuf kadhannaa dheeraa dhiyeessaniin sababata'aa, dubarttoota abbootiin worraa isaanii iraa du'an ni saaman, kanaaf murtiin caalaa ta'e isaan ni argataan» jedhe.