Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 17:15-16
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 17:15-16 KITWOY
Isaan keessaa tokko akka fayye hennaa arge, laagaa gudda'aan Rabbiin galatoonfata'aa deebi'ee dhufee, kallacha ufiitiin luka Yesuusii irratti kufee isa galatoonfate. Inni sun nama biyya Samaariya'aati.